Goorsaa barattoota kuta 12 hundaf

Of eggannoo yeroo qorumsa qoramtan godhuu qabdan 
1.oso barattaa biraatin gargara jeetanii akka yeroon isinirati hin dhumnee 
2.yerodhan iddoo qormata itti qoramtaniti arkamuu qabdan.
3.maqa keessan sirriiti laala guutadha.
4.sa'aati si kenamteeti sirriti fayyadama.
5.barattan tokko tokko oso ofifuu hojjachuu hin dandenyee nama hojjachisee duwwaa fichiisisaa
6.lafaati wagga 12 itti lafaatan wan tateef gafii oso hin dubifnee debii kenuuf hin jarjariina.
7.yeroo gurachesitan of eggannoodhan guracheessa
8.baraattan tokko tokko sheet irrati guute egaa fiixe booda answer sheet irrati guuta wan ta'ef akkana godhuun dogogoraa guddadhaa
9.gafii takka yoo hojjatee takkitumaa san answer sheet irrati guutaa.
10.dhumaratii egaa hojjaate booda irra debite check godhuu qabda.
11.dogogoraa barattaa tokko tokko sheet qofaa irrati tartiban guute answer sheet irrati tartibaan hin guune garuu sirritin hojjadha jedhaa 
   Barattootni kenyaa of eggannoo guddaa godhuu qabdan?


Dhamsii kun barsiisa seenaa highschool bulchinsa magalaa qobborahii.

Post a Comment

0 Comments